Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Mana Hidhaa Jiran Dararamaa Jiraachuun Himame

Published Sept. 8, 2025, 3:09 p.m. by FNN Staff

538



ODUU FNN

Hidhamtoonni siyaasaa Oromoo mana hidhaa Federaalaa Caffee Tumaa (Abbaa Saamu'eelitti) hidhamanii jiran akkaan dararamaa jiraachuun barame.

Shira murni mootummaa pp qindeesseen ilmaan oromoo mana hidhaa kana keessa jiran 8 irraatti yaaliin ajjeechaa taasifamuun wal qabatee hokkora ka’een, ilmaan oromoo hedduun mana hidhaa dukkanaatti hidhamuun dararamaa jiraachuu maddeen achii nuuf himee jita.


Similar posts:

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasaa siiviikii 45’f filannoo haa taajjabaniif beekamtii kenne

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Maarutti Mootummaan Ummata Nagaa Fixuun Barame.

Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Toleetti ergamtoonni mootummaa PP namoota nagaa ukkaamsuun achi buutee isaanii dhabamsiisuu jiraattonni dubbatan.

Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate.