Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontoo jiraatan Irreecha bara 2025 irreeffatan.
Published Sept. 8, 2025, 3:30 p.m. by FNN Staff
ODUU FNN
Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontoo jiraatan Irreecha bara 2025 irreeffatan.
Dhalattoonni Oromoo sirna Irreechaa kana irratti gamtaan bahuuni kan hirmaatan.
Sirna Irreechaa kana maanguddoonni eebbisanii kan banan yammuu ta'u, dhalattoonni Oromoo sirna Irreechaa irratti argamanis ayyaanicha qophiilee garaagaraatiin kabajaniiru.
Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontootti argaman sirna ayyaanichaa irratti argaman aadaa fi duudhaa uummata Oromoo jabeessuun gahee uummata Oromoo maraa ta'uu himaniiru.
Similar posts:
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasaa siiviikii 45’f filannoo haa taajjabaniif beekamtii kenne
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Maarutti Mootummaan Ummata Nagaa Fixuun Barame.
Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Toleetti ergamtoonni mootummaa PP namoota nagaa ukkaamsuun achi buutee isaanii dhabamsiisuu jiraattonni dubbatan.
Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate.