Arsii Bahaa ona Boqojjii fi Honqooloo Waabee keessatti humnoonni mootummaa uummata dararaa jiraachuun barame.

Published Sept. 8, 2025, 2:53 p.m. by FNN Staff

645



ODUU FNN

Arsii Bahaa ona Boqojjii fi Honqooloo Waabee keessatti humnoonni mootummaa uummata dararaa jiraachuun barame.

 

Murni mootumma Arsii Bahaa ona Boqojjii keessatti barattoonni mana barumsaa galmaa’uuf qarshii kaffaluu akka qaban itti himuun, barataan qarshii jedhame kana hin kaffalin galmaa’uu akka hin dandeenye jiraattonni maddeen keenyatti himan.

 

Sababa kanaanis maatiin barattootaa wan kaffalan dhabuun ijoolleen isaanii haga yoonaa osoo hin galmaa’in akka jiran jiraattonni dubbatanii jiru.

 

 Akka maddeen jedhanitti uummanni yeroo amma kana waan mootummaaf kaffalu mitii waan ofiifuu nyaatu dhabee rakkachaa akka jiran maddeenitti himani jiru.

 

 


Similar posts:

Baqattonni Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataa jiran birmannaa gaafatan

Sudaan Kibbaatti namoonni miiliyoona saddeetitti dhiyaatan balaa beela hammaataaf saaxilamuuf jiru jechuun dhaabbileen miti - mootummaa akeekkachiisan

Pirezidaantiin bulchiinsa yeroo Tigraay kan mootummaan federaalaa yeroo aangoo bulchiinsa isaanii waggaa 1f dheeresseef kaleessa kaabinee isaanii walgahii waamanii waliin marii irra turan.

Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan