Sagantaa Marii Hawaasaa ABO-WBO Kaaba Ameerikaan qophaawe, Seattle, WA, USA

Published Aug. 3, 2025, 7:18 p.m. by FNN

1146



Lammiileen Oromoo Qabsoo Isaanii Kan Ofii Godhachuu Qabu

  1. Oromoon saba miliyoona Jaatamaa ol tahuu dha
  2. Afrikaa keessatti lakkoobsaan 6ffaatii hamma 9ffaa keessatti argama
  3. Addunyaarraa lakkoobsaan 25ffaa tii haga 27ffaa keessatti argama
  4. Haa tahu malee biyyi isaa haga barreefamni kun barraahetti gabrummaa jalatti argama
  5. Qabeenyi isaa ni saamama: namoota yartuu ykn halagaa tu qabeenya Oromoon durooma
  6. Addunyaa irratti haguma saboota akka Jibuutiifaallee dhageettii fi bakka isaaf malu hin qabu
  7. Ajjeechaan guyya guyyaa akka imaammataatti irratti deemaa jira
  8. Kun dhaabbachuu qaba. 

  9. Hariiroo siyaasaa fi dinagdee biyyoota alaa humnoota addunyaa keessa jiran waliin tolfachuuf Ethiopian Middlemen nun barbaarchisu. Kallattiin tolfachuu qabna. Bakka nuuf malu, dhageettii nuuf malu qabaachuu qabna. 
    Kaan immoo walabummaa qabaachuu qabna.
    Youtube irraa ilaaluuf as xuqaa
    Itti dhihaadhaa.

Similar posts:

ODUU FNN | BITOOTESSA 2025

Qabsoon Oromoo tarkaanfii lama fuulduratti tokko boodatti deemuu keessatti hidhameera

Ekeraa Minilik haasofsiisuu calqabanii?

Araara: Eenyu wajjin? Akkamitti?